Showing posts from November, 2022

Handwriting to text convertor

App kun barreefama keenna jechuun kan haarkaan barreessine gara pdf jijjiiruuf kan nu gargaaru appii baay'ee bareedaadha. salphumatti gara pdf jijjiiruun ol kaawwachuu dandeenna.👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇                        DOWLOAD OCR handwri…

Dropbox: Cloud & Photo Storage

DOWLOAD Dropbox: Cloud & Photo Storage jedhama. photo keessa kaawwachuuf akkasumas,vedio, document sca goonee keessa kaachuuf hedduu namatti tola. email keennaan verify goonee seennee ol kaawwaanna.  sana booda erga xumurrer save goo…

FLIPBOARD: THE SOCIAL MAGAZINE

Appiin kun   FLIPBOARD: THE SOCIAL MAGAZINE dha. faaydaa isaa yoo jenne oduulee addunya waaytaawoo ta'an fi kan oduulee hardhaa bifuma miidiyaatiin kan qindeesse nu biraan gahuudha. Kan akka Al-jazera oduulee isaa fa'a akkasumas vediolee odu…

META BUSINESS SUITE

Appin kun maqaan isaa  META BUSINESS SUITE jedhama kan inni ni fayyada jedhamee yaadamu  namoota facebooka isaanii irratti page seenuudhaan promotion garagaraa dalaganiif,  akkasumas page isaanii sirritti guddifachuuf barbaadan hedduu gargaara jedha…

BuzzBreak-Read Funny Vedios

Akka odeeffannoon suuraa kanaa ibsutti appi kana banuun vedio inni muldhisu,  qofa laaluun kan coin isinif lakkaa'uudha jedha.👉👉👉👉👇👇👇👇👇👇👇👇 Dounload Read, watch funny videos BuzzBreak is a lifestyle app that shows you all the popular …

𝑝𝑖𝑠𝑐𝑎𝑟𝑡 𝑙𝑖𝑡𝑒:𝑝ℎ𝑜𝑡𝑜 𝑒𝑑𝑖𝑡𝑜𝑟

𝑝ℎ𝑜𝑡𝑜 𝑒𝑑𝑖𝑡𝑖𝑛𝑔 ℎ𝑒𝑑𝑑𝑢𝑢 𝑏𝑎𝑟𝑒𝑒𝑑𝑎𝑎 𝑑ℎ𝑎. 𝑏𝑎𝑐𝑘 𝑔𝑟𝑜𝑢𝑛𝑑 𝑠𝑢𝑢𝑟𝑎𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑛𝑛𝑎𝑎 𝑗𝑖𝑗𝑗𝑖𝑖𝑟𝑢𝑢𝑓 ℎ𝑒𝑑𝑑𝑢𝑢 𝑚𝑖𝑗𝑎𝑡𝑎𝑎𝑑ℎ𝑎.👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇      𝐷𝑂𝑊𝑁𝐿𝑂𝐴𝐷 Remix pictures & stickers into a…

SECURITY CAMERA

DOWNLOAD app cun caameraa securitiidha. bilbilaa bilbila irratti hojjata jechuun email bilbila lmeenuu wal fakkeessuun tokko moniter,  kaan ammoo camera gochuun iddoo gara garaa taa'uun toochuu dandeenna.  sagalees ta'ee vedio ittiin hirdofuu …

Find my device

Appiin kun silkii keenna iddoo inni jiru nuuf hima. enterneta fayyadamuun akkasumas location bilbila keennaa banuun iddoo jiru nuuf eeruu danda'a. isin fayyada jedheen yaada. mee buufadhaa too itti fauyadama.👇👇👇👇👇👇👇 Download Find, ring, l…

Fonts keyboard

👉👉       Download Appiin kun font stayle barreeffama keennaa jijjiiruuf nu fayyada,, akka feenett jijjiirree barreessuuf,  akkaataa barreeffamaa jechuun style adda addaa haga 15 ol qaba hedduu natti tola  pls buufadhaa too itti fayyadamaa.…

Find my phone whistle:finder

Hardha ammoo mee appii kanaan haa wal baru. appii kun bilbila keenna eessa akka jiru kan nuuf barbaaduudha karaa fiisichaatiin yookaan itti fiksuudhaan, battala jiru sanaa ykn iddoo jiru sanaa kan sagalee nuu kennu waytuma sagalee fiksaa dhagaheedha…

𝑉𝐼𝐷𝐸𝑂 𝐷𝑂𝑊𝑁𝐿𝑂𝐴𝐷𝐸𝑅

𝐷𝑂𝑊𝑁𝐿𝑂𝐴𝐷 𝑆𝑢𝑢𝑟𝑎𝑎𝑛 𝑖𝑠𝑖𝑛 𝑎𝑠𝑖𝑡𝑡 𝑎𝑟𝑔𝑖𝑡𝑎𝑛 𝑘𝑢𝑛 𝑎𝑝𝑝𝑖𝑖 𝑠𝑢𝑢𝑟𝑎𝑎𝑛 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑣𝑖𝑑𝑒𝑜 𝑑𝑜𝑤𝑙𝑜𝑎𝑑𝑒𝑟𝑖𝑖𝑑ℎ𝑎 𝑎𝑝𝑝 𝑖𝑡𝑡𝑖𝑖𝑛 𝑑𝑜𝑤𝑛𝑙𝑜𝑎𝑑 𝑔𝑜𝑑ℎ𝑎𝑛 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑎 𝑘𝑎𝑛 𝑏𝑎𝑎𝑦'𝑒𝑒 𝑛𝑎𝑚𝑎…

Pixellab

Download 𝑆𝑢𝑢𝑟𝑎𝑎𝑛 𝑖𝑠𝑖𝑛 𝑎𝑟𝑔𝑖𝑡𝑎𝑛 𝑘𝑢𝑛 𝑠𝑢𝑢𝑟𝑟𝑎𝑎 𝐴𝑝𝑝𝑖𝑖𝑛 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑃𝑖𝑥𝑒𝑙𝑙𝑎𝑏 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑎𝑚𝑢𝑢𝑑ℎ𝑎. 𝑘𝑎𝑛 𝑖𝑛𝑛𝑖 𝑓𝑎𝑦𝑦𝑎𝑑𝑢 𝑙𝑜𝑜𝑔𝑜𝑜 𝑔𝑎𝑟𝑔𝑎𝑟𝑎𝑎 ℎ𝑜𝑗𝑗𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢𝑛𝑖𝑖𝑓𝑖𝑠 𝑡𝑎'𝑒𝑒 𝑠𝑢𝑢𝑟𝑎𝑎 ?…

Made-in-China B2B Trade Online

Download  Online meshaa adda adda bitachuuf isin gargaara. akkasumas faaya garagaraa kan akka kophee ykn uffataa bitachuuf isin gargaara. maarree ammuma buufachuun fayyadamaa. Download Buy Products,Chinese Supplier,Wholesale Price,Global Trade Safely,…

Blogger

Namoota websiyitii banachuu barbaaddan hundaaf# appii kana buufachuun fayyadamaa kan isin fayyadu websaayitii mataa keessanii banachuuf isin gargaara. Download Manage your blog on the Go Blogga Pro allows you to manage your blog from anywhere. Fea…

Kinemaster

Download 𝑺𝒖𝒖𝒓𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒏 𝒃𝒊𝒇𝒂 𝒅𝒊𝒏𝒒𝒊𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏 𝒆𝒅𝒊𝒕 𝒈𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒇 𝒊𝒔𝒊𝒏 𝒇𝒂𝒚𝒚𝒂𝒅𝒂 𝒔𝒂𝒈𝒂𝒍𝒆𝒆 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒅𝒅𝒂𝒏 𝒘𝒂𝒋𝒋𝒊𝒊𝒏. 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒔𝒖𝒎𝒂 𝒔𝒂𝒈𝒂𝒍𝒆𝒆 𝒈𝒐𝒔𝒂 𝒍𝒂𝒎𝒂 𝒘𝒂𝒍 𝒇𝒂𝒂𝒏𝒂 𝒈𝒂𝒍𝒄𝒉𝒖𝒖…

That is All