Appin kun maqaan isaa META BUSINESS SUITE jedhama kan inni ni fayyada jedhamee yaadamu namoota facebooka isaanii irratti page seenuudhaan promotion garagaraa dalaganiif,
akkasumas page isaanii sirritti guddifachuuf barbaadan hedduu gargaara jedhamee yaadama.
step ufumaa waan qabuuf hedduu ulfaata wan jedhamee yaadamu natti hin fakkaatu hamma ammaati yoo xiqqeessineee himne namoota 100m+ ol download godhanii jiru.
Me nutis buufnee haa fayyadamnuun dhaamsa kiyya.
Download tanjettu tana xuquun buufadhaa👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Grow your business and connect with more people with Meta Business Suite.
Grow your business and connect with more people with Meta Business Suite.
Use this app to:
• Create, schedule, and manage posts and stories across your Facebook Page and Instagram account
• Connect with more customers by responding to all of your messages and comments in one place—you can even automate responses to save time
• View insights about how people are interacting with your posts, stories and ads so you can create content that resonates with them
• View your notifications and to-do list so you can stay on top of what matters most
please download it know👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇


