Handwriting to text convertor

App kun barreefama keenna jechuun kan haarkaan barreessine gara pdf jijjiiruuf kan nu gargaaru appii baay'ee bareedaadha. salphumatti gara pdf jijjiiruun ol kaawwachuu dandeenna.👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇                        DOWLOAD OCR handwri…

Dropbox: Cloud & Photo Storage

DOWLOAD Dropbox: Cloud & Photo Storage jedhama. photo keessa kaawwachuuf akkasumas,vedio, document sca goonee keessa kaachuuf hedduu namatti tola. email keennaan verify goonee seennee ol kaawwaanna.  sana booda erga xumurrer save goo…

FLIPBOARD: THE SOCIAL MAGAZINE

Appiin kun   FLIPBOARD: THE SOCIAL MAGAZINE dha. faaydaa isaa yoo jenne oduulee addunya waaytaawoo ta'an fi kan oduulee hardhaa bifuma miidiyaatiin kan qindeesse nu biraan gahuudha. Kan akka Al-jazera oduulee isaa fa'a akkasumas vediolee odu…

META BUSINESS SUITE

Appin kun maqaan isaa  META BUSINESS SUITE jedhama kan inni ni fayyada jedhamee yaadamu  namoota facebooka isaanii irratti page seenuudhaan promotion garagaraa dalaganiif,  akkasumas page isaanii sirritti guddifachuuf barbaadan hedduu gargaara jedha…

BuzzBreak-Read Funny Vedios

Akka odeeffannoon suuraa kanaa ibsutti appi kana banuun vedio inni muldhisu,  qofa laaluun kan coin isinif lakkaa'uudha jedha.👉👉👉👉👇👇👇👇👇👇👇👇 Dounload Read, watch funny videos BuzzBreak is a lifestyle app that shows you all the popular …

𝑝𝑖𝑠𝑐𝑎𝑟𝑡 𝑙𝑖𝑡𝑒:𝑝ℎ𝑜𝑡𝑜 𝑒𝑑𝑖𝑡𝑜𝑟

𝑝ℎ𝑜𝑡𝑜 𝑒𝑑𝑖𝑡𝑖𝑛𝑔 ℎ𝑒𝑑𝑑𝑢𝑢 𝑏𝑎𝑟𝑒𝑒𝑑𝑎𝑎 𝑑ℎ𝑎. 𝑏𝑎𝑐𝑘 𝑔𝑟𝑜𝑢𝑛𝑑 𝑠𝑢𝑢𝑟𝑎𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑛𝑛𝑎𝑎 𝑗𝑖𝑗𝑗𝑖𝑖𝑟𝑢𝑢𝑓 ℎ𝑒𝑑𝑑𝑢𝑢 𝑚𝑖𝑗𝑎𝑡𝑎𝑎𝑑ℎ𝑎.👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇      𝐷𝑂𝑊𝑁𝐿𝑂𝐴𝐷 Remix pictures & stickers into a…

Load More
That is All